Skip to content

Latest commit

 

History

History
338 lines (169 loc) · 22.9 KB

afaanoromoo.md

File metadata and controls

338 lines (169 loc) · 22.9 KB

BBC News Afaan Oromoo

Duulli 'dirqiin' dargaggoota raayyaa ittisaaf guuruu kutaalee Oromiyaa adda addaarraa dhagahame

Roobii, Eebila 30, 2025 4:22:35 WD tti

Kutaalee Oromiyaa garagaraa keessatti duulli dargaggoota raayyaa Ittisaatiif walitti qabuu daran hammaachaa jiraachuu jiraattonni BBCtti himan.

Dhimma hojjetaa waajjira Abbaa Alangaa Dambi Doolloo of ajjeesee waan hanga ammaa beeknu

Roobii, Eebila 30, 2025 9:02:20 WD tti

Magaala Dambidoollootti abbaa alangaa magaalichaa ta'uun hojjechaa kan ture dargaggeessi Gadaa Ambaayee jedhamu fuula miidiyaa hawaasummaa isaa irratti ergaa "My Last Breath" yookan hafuurakoo ishee dhumaa jedhu erga maxxansee booda akka of ajjeese himame.

Itoophiyaan oomisha tamirii eegaluufi, garuu dacheenshee tamiriif ta'aa?

Roobii, Eebila 30, 2025 4:13:27 WD tti

Itoophiyaan oomisha tamirii oomishuuf biyya oomisha tamiriin beekamtu Yunaayitid Arab Emireetis (UAE) waliin waliigaltee mallatteessiteetti.

Mootummaan miindaa hojjettootaa hir'isuuf karoora qabate keessa deebi'ee akka ilaalu gaafatame

__

Konfedereeshiniin Yuuniyenii Daldaltoota Itoophiyaa (CETU) Guyyaa Dafqaan Bultootaa dursuun ibsa baaseen, mootummaan ''mindaa hojjettootaa hir'isuuf,'' karoora baafate keessa deebi'ee akka ilaalu waamicha dhiyeesse.

Arteettaafi taphattoonni Arsenaal erga PSG'n mo'amanii maal jedhan?

Roobii, Eebila 30, 2025 5:45:11 WD tti

Mikeel Arteettaan gareen keenya xumura waancaaf dhaqabuuf Paarititti ''waanuma raajii tokko'' hojjechuu qaba jedhe.

Tiraamp 'ganaa yoom argitan?' jechuun ammallee ajajoota hedduu akka labsan dhaadatan

Roobii, Eebila 30, 2025 5:50:32 WD tti

Tiraamp erga aangoo qabatanii guyyaa 100ffaarratti haasaa taasiseen ammallee tarkaanfiiwwan hedduu fudhachuuf akka deeman ibsan.

Al- Burhaaniifi Abdel Fattaa al-Siisi 'nageenya bishaan Laga Abbayyaa' irratti cimsinee waliin hojjenna jedhan

Kibxata, Eebila 29, 2025 10:45:07 WD tti

Pirezidaantiin Masirii Abdel fattaa al-Siisii fi pirezidaatiin Sudaan Jeneraal Abdel Fattaa al Burhaan bisaan Laga Abbayyaa ilaalchisee ''nageenya bishaniii'' irratti waliin mari'atan.

Arteettaa, Eneriikeefi Filiik: Duuka buutota Gaardiyoolaa Shaampiyoonsi Liigiin walmorkatan

Kibxata, Eebila 29, 2025 2:28:00 WB tti

Falaasamni kubba miilaa amma kilaboota jajjaboo gariin keessatti hojiirra oolu 'juego de posicion' - to'annoo kubbaa kan jedhamu kalaqa Peep Gaardiyoolaa miti. Ammoo Gaardiyoolaan leenjistoota akka Huwaan Kiraayiifi Luwiis Vaan Haal irraa fudhatee sadarkaa olaanaatti fooyyesse.

Hayiluu Kitaabaa: Iccitii sirba 'Lattuu' yeroo hedduun gaafatamaa garuu ifatti dubbadhee hin beeku

Kibxata, Eebila 29, 2025 4:42:07 WD tti

Artistoota fi qabsaa'ota gameeyyii Oromoo keessaa Haayiluu Kitaabaa isa tokko. Akkuma tasaa aartii keessatti of arge. Ammoo deeggaraa Arsenaal isa bara lakkoofsisedha.

Himatawwan Obbo Taayyeerratti kufaa ta'an oliyannnoon Mana Murtii Waliigalaa Federaalaatti ilaalamu

Kibxata, Eebila 29, 2025 9:52:10 WD tti

Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa himatawwan lama Obbo Taayyee Danda'aa kanaan dura bilisa itti jedhaman irratti oliyyannoo dhiyeeffate.

Dubbiin Tiraampi akka warri Paartii Liberal filannoo Kanaadaa mo'atan gargaare

Kibxata, Eebila 29, 2025 7:47:20 WD tti

Filannoo Kanaadaan Maarki Kaarnii fi paartiin isaanii Liberaal injifannoo guddaa galmeessan.

Haleellaa US mooraa baqattoota Afrikaa Yaman jiru irratti raawwatteen 68 du'an

Wiixata, Eebila 28, 2025 8:25:09 WD tti

Haleellaa US qilleensarraan Yaman irratti raawwatteen yoo xiqqaate namoonni 68 ajjeefamuu miidiyaan Huutiin hoogganamu gabaase.

Gamoowwan dheeraa Afrikaa 7 bara 2025

Wiixata, Eebila 28, 2025 1:23:25 WB tti

Tarree gamoowwan dheedheeroo Afrikaa dheerina isaaniin sadarkaa tokkoffarraa hanga torbaa jiran

Kooriyaan Kaabaa Raashiyaaf akka lolaniif loltoota erguufii amante

Wiixata, Eebila 28, 2025 6:10:40 WD tti

Kooriyaan Kaabaa yeroo jalqabaaf loltoonni ishee Raashiyaaf akka lolaniif erguu amante

Israa'el waliigaltee dhukaasa dhaabuu cabsuun Beeruut irratti haleellaa qilleensaa raawwatte

Wiixata, Eebila 28, 2025 6:04:41 WD tti

Israa'el erga namoonni akka ba'an akeekkachiistee booda kibba magaalaa Beeruut qilleensarraan haleelte.

Dhohiinsa buufataa doonii Iraanitti namoota 28 galaafatee 800 ol madeessee duuba maaltu jira?

Dilbata, Eebila 27, 2025 6:30:54 WD tti

Iraan:Dhohinsa guddaa buufata doonii guddaa Iraanitti mudateen yoo xiqqaate namoonni 28 yoo du'an, kanneen 800 ta'an ammoo miidhama.

Tiraamp guyyoota dhufan 100 maalirratti xiyyeefatu?

Dilbata, Eebila 27, 2025 9:41:39 WD tti

Prezidaant Doonaald Traamp fi bulchiinsi isaanii torban kana bu'aa ba'ii guyyoota 100 jalqabaa aangoo isaanii yoo ilaalu, guyyoota 100 dhufan keessatti waliigaltee daldalaa fi marii nagaa irratti akka xiyyeeffatu qondaaltonni Waayit Haawus himaniiru.

Tiraamp fedhii Puutiin nagaaf qabu irratti shakkii qaban ibsan

Dilbata, Eebila 27, 2025 9:01:26 WD tti

Doonald Tiraamp Vaatikaanitti Zelenskii waliin erga wal arganii mari'atanii booda fedhii Puutiin nagaaf qabu irratti shakkii akka qaban ibsan

Jibuutiin namoota hayyama malee jiran ari'uurratti yaada Itoophiyaan dhiyeessite kuffifte

Kibxata, Eebila 22, 2025 6:45:23 WD tti

Mootummaan Jibuutii yeroo lammiileen biyya alaa hayyama malee keessa jiraatan gara dhufanitti akka deebi'an kenne akka dheeressu gaaffii Embasiin Itoophiyaa dhiyeesse kufaa godhe.

Masriifi Jibuutiin bulchiinsa qaama Galaana Diimaarratti ejjennoo waloo qabatan

Kamisa, Eebila 24, 2025 9:48:24 WD tti

Masrii fi Jibuutiin ''bulchiinsi fi nageenyi'' Galaana Diimaa fi Galoo Galaana Aden ''ittigaafatamummaa'' biyyoota qaamolee bishaanii kanaan daangeffamani ''qofa'' ta'uu irratti waliigalan.

Gartuun TPLF Obbo Getaachoon durfamu dhaaba haaraa ijaaruufi

Kibxata, Eebila 29, 2025 12:23:48 WB tti

Gareen Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (TPLF) irraa adda bahee Obbo Geetaachew Reddaatiin durfamu dhaaba siyaasaa haaraa hundeessuuf adeemsa irra akka jiru hoggantootasaa keessaa tokko BBC'tti himan.

Dubartootni 10 dhiira tokkoof: Itoophiyaatti sagantaa dhiiraafi dubara walitti fiduun falmisiisaa ta'e

Wiixata, Eebila 21, 2025 6:42:55 WD tti

Laaxxee- Biyya aadaan itti jabaatuufi dhimmi jaalalaafi jaalallee barbaaduu badaa ifatti hin gaggeffamne keessatti sagantaan kun falmisiisaa ta'eera.

Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa

Jimaata, Mudde 6, 2024 8:50:15 WD tti

Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.

Itoophiyaan dogogora keenyaan ulaa galaanaa dhabde - Jeneraal Yohaannis G/Masqal

Kamisa, Eebila 17, 2025 4:32:29 WD tti

''Itoophiyaan hulaa galaanaa kan dhabde dogogora nuyi hojjenneeni jedhan qondaalli waraanaa duraanii Itoophiyaa letenal Jeneraal Yohaannis Gabremasqal.

Humni waraana Itoophiyaa biyyoota ollaa waliin sadarkaa maal irratti argama?

Kibxata, Eebila 15, 2025 5:15:30 WD tti

Ofii dandeettiin waraana Itoophiyaa biyyoota ollaa kan akka Ertiraa, Sudaan, Sudaan Kibbaa, Keeniyaa, Somaaliyaa fi Jibuutiin wal birratti yoo qabamte maal irratti argamtii?

Obbo Getaachoofi Pirof. Kindiyyaan aangoo federaalaatti muudamuun TPLF biratti miira akkamii uume?

Kibxata, Eebila 15, 2025 9:31:41 WD tti

Obbo Getaachoofi Pirof. Kindiyyaan qondaalota Tigraay mootummaa federaalaa waliin hariiroo gaarii qabu jedhamaniidha.

Magarsaa Barii: Gaggeesaan ABO qondaalota olaanoo wajjin Shinnigatti ajjeefame eenyu?

Kibxata, Eebila 15, 2025 3:57:08 WD tti

Qabsoo hidhannoo Oromootti makamee umurii dheeraa osoo hin turin qondaalota olaanoo ABO gara Somaaliyaa osoo imalanii Shinniga bakka jedhamutti dhuman keessaa Magarsaa Barii tokkoodha.

Obbo Getaachew Raddaa gorsaa MM  Abiy ta'uun muudaman

Jimaata, Eebila 11, 2025 6:28:26 WD tti

Dhiyoo Pirezidantummaa Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraayirraa kan ka'an Obbo Getaachew Reddaa sadarkaa Ministiraatti gorsaa dhimmoota Baha Afrikaa ta'uun muudaman.

Itoophiyaa fi waraanni 'hiikkaa gaa'ilaa' raawwachuu qabu- Let Jen. Yohaannis G/Masqal

Wiixata, Eebila 14, 2025 7:48:00 WD tti

Itoophiyaa fi waraana- Gaa'ila Hiikkaa barbaadan jechuun tibbana kitaaba isaanii kan maxxansiisan Let Jeneraal Yohaannis Gabremasqel Itoophiyaan seenaa ishee keessatti waraana malee jiraattee hin beektu jedhan.

Itoophiyaan bara dhufurraa eegalee boba'a guutumatti baabura qofaan gara biyya keessaatti fe'uuf

Jimaata, Eebila 11, 2025 4:05:40 WD tti

Itoophiyaan bara haaraa dhufu irraa eegaluun boba'a biyya alaatii gara biyyaatti galchitu guutumatti baabura qofaan geejjibsiisuuf ta'uu waldaan Aksiyoona daandii baaburaa Itiyoo Jibuutii BBC'f mirkanneesse.

Arteettaafi taphattoonni Arsenaal erga PSG'n mo'amanii maal jedhan?

Roobii, Eebila 30, 2025 5:45:11 WD tti

Mikeel Arteettaan gareen keenya xumura waancaaf dhaqabuuf Paarititti ''waanuma raajii tokko'' hojjechuu qaba jedhe.

Arteettaa, Eneriikeefi Filiik: Duuka buutota Gaardiyoolaa Shaampiyoonsi Liigiin walmorkatan

Kibxata, Eebila 29, 2025 2:28:00 WB tti

Falaasamni kubba miilaa amma kilaboota jajjaboo gariin keessatti hojiirra oolu 'juego de posicion' - to'annoo kubbaa kan jedhamu kalaqa Peep Gaardiyoolaa miti. Ammoo Gaardiyoolaan leenjistoota akka Huwaan Kiraayiifi Luwiis Vaan Haal irraa fudhatee sadarkaa olaanaatti fooyyesse.

Seenaa keessatti maqaa keenya barreessuu barbaanna- Arteettaa fi Eneriikee

Kibxata, Eebila 29, 2025 4:17:20 WD tti

Arsenaal walakkaa xumura Shaampiyoonsi Liigii gahuun ''seenaa gaariidha'' garuu warri 'Gunners' kana caalaa hojjechuutu irra jiraata jedhe Mikel Arteettaan.

Isloot Liiverpuul shaampiyoonaa tahuu isaaf Yargen Kiloop galateeffate

Wiixata, Eebila 28, 2025 4:35:00 WD tti

Leenjisaan Liiverpuul bara leenjisummaa jalabaa Liiverpuuliin shaampiyoonaa tahuu isaaniitti Kilooppiin galateeffataniiru.

Landanitti rikardii dubartootaa haaraa kan galmeessite Tigist, bara darbe 'qorratu natti ulfaate' jette

Dilbata, Eebila 27, 2025 10:34:10 WD tti

Atileet Tigist Aseffaa Maaraatoonii Landan Dilbata ganama gaggeeffame injifatte. Sa'aatii saffisaa isa lammataa kan galmeessite.

Morkii waancaa mootichaa Ispeen diraamaan guute irraatti daanyaan dubbii ijoo ta'e

Dilbata, Eebila 27, 2025 6:28:30 WD tti

Morkii waancaa Baarselonaa fi Riyaal Maadriid gidduutti gaaggeeffame daqiiqaan 90, 2-2 raawwatamuu hordofee taphachi daqiiqaa dabalataa 30 booda injifannoo Baarseloonaa 3-2 xumurame. Daanyaan ijoo dubbii ta'e.

Liivarpuul Anfiild irratti 'dirqama guddaa' qaba- Siloot

Sanbata, Eebila 26, 2025 8:07:40 WD tti

Leenjisaan Liivarpuul Arne Silloot gareensaanii dorgommii Awurooppaa keessatti waancaa 20ffaa harkaan ga'achuuf Anfiildirratti ''dirqama guddaa,'' qabu jedhan.

Masaanummaa siyaasaa hanga kubba miilaatti fulla'e- Tapha waancaa El Kilaasikoo eenyu mo'ata?

Jimaata, Eebila 25, 2025 9:49:05 WD tti

Baarseloonaa xumura waancaa Kooppaa Del Reyiif Riyaal Maadirid waliin morkata

Morkiin Viilaa wajjin goonu akka tapha xumuraati - Gaardiyoolaa

Kibxata, Eebila 22, 2025 5:17:14 WD tti

Sababa hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii isaanii bara dhuftuu murteessuuf morkiin Piriimiyeer Liigii Maanchister Siitiin Astoon Viilaa waliin godhan akka tapha xumuraati jedhan leenjisaa Peep Gaardiyoolaa.

Haati warraa Onaanaa karaarratti mi'a birrii miliyoona 7.7 ol baasu akkamiin saamamte?

Wiixata, Eebila 21, 2025 5:40:13 WD tti

Haati manaa karra eegaa Maanchister Yuunaayitid meeshaalee gati jabeeyyii tahan Birrii miliyoona 7.7 ol baasu saamamte.

Liiverpuul Dilbata kana shaampiyoonaa ta'uu akkamitti mirkaneessa?

Dilbata, Eebila 20, 2025 9:40:39 WD tti

Liiverpuul morkii Dilbata kana Arsenaal Episwich Taawuni waliin godhu irratti hundaa'uun shaampiyoonaa ta'uu mirkaneeffachuu danda'a.

Taphoota Piriimerliigii Ingiliz eegamaniifi torban Liivarpuuliif murteessaa ta'e

Sanbata, Eebila 19, 2025 9:30:28 WD tti

Liivarpuul Leestar Siitiifi tapha ittaanu tokko yoo mo'ate, waancaa nyaachuusaa mirkaneeffata.